12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Akka namaatti obsaan Waaqayyoon eeguudha, inni xiiqiijabaadhaan hin guuta. Fayyina argachuun waan barbaachisaa fi hinqoosamne dha. Fayyina malee turuun jebbisiisaa dha.Waaqayyo abdii Filiphisyoos 4:6 keessatti kenneen tolasaaarigna.Waan hunndumaatti kadhataa fi himataan galata wajjiin wanta isinbarbaachisu Waaqayyo duratti akka beekkamu godhaa malee,waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatiinaa.Waaqayyo Filphis 4: 7 keessatti wabii inni ta’eNagaan Waaqayyo inni hubannaa nama hundumaa irra caalus,karaa Kiristoos Yesuus garaa keessanii fi yaada keessan in eega.Kanaafu Waaqayyo isarratti of gannee totallee akka boqonnu nujajjabeessa. Akka waa’ee of eeggano keenyaa itti himnuuf nu jajabeessa.Fedha saa hunda guutuuf inni amanamaa fi abdatamaa dha. Harkagooftummaa isaarra boqochuuf ni jirra.Yommuu ofeggannoo fi kadhataan Macaafa Qulqulluu keenyaitti fufne dubbifnu Waaqayyo irraa numa dhageenya yeroo hunda xiqiinni kakaasaa, amma amatti gara teessoo ulfina Waaqayyootti dhiyaachuunwaa’ee saa hundumaa Waaqayyoof himnuuf jirra. Waaqayyo akkamaraara qabeessadhaa!Waaqayyo warra hin fayyineef Sofoniiyaas 2:3 keessattijajjabina guddaa kennaaf. Akkas jedha:Isin warri gadi deebi’oon biyycha keessa jirtan warri isa durattiwanta qafeelaa ta’e hojjettan hundinuu Waaqayyoon barbaadaadha.Guyyaa dhekkamsa isaa sanatti inni isin golboobee isin in oolchata’a isin moo qajeelina fi garraamummaa barbaaddadha.”Diqqa, kanaafis Waaqayoo isin fayyisa ta’a.62

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!