12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Fakkeenya 3:7 Ani ogummaa qaba ofiin hin jedhiin, Waaqayyoonsodaadhu, wanta hamaattis fagaadhu.Qajeelfamni kuni warreen sagalee Waaqayyoo hin dhageenyesodaa Waaqayyoo akka isaan hin qabne cimsee agarsiisa, MacaafaQulqulluu kana barra kanatti aanee jiru keessatti ni agarsiisa.Ermiyaas 44:9-10 Isiin jalliina isa abbonni keessan mootonnikeessanii fi niitonni isaanii biyya Yihudaa keessatti hojjetan, jallinaisaanii ofii keessani hojjettani fi isa niitonni kessan biyya Yihudaafikaraa mandara Yeruusaalem keessatti hojjetan ni irraanfattani ree?Isin wanta hojjettan kanaaf hamma har’aattiyu hin gaabbine anashin sodaannee, karaa keessan irraa deebitanii abboomii koo fiseeroota koo isan isiniif, abboota keessanifis kenne hin eegne.Ermiyaas 5:24-25 Isaan garaa saanii keessattille, koottaa Waaqayyogoofta keenya isa yeroo yeroo saatti bokkaa arfaasaa fi bokkaabirraa nuuf kennuu isa midhaan yeroo saatti akka sassaabnu nugodhu ni soodaanna, ni kadhanna hin jedhani. Yakka keessan kanaisinirraa ni deebisa. Sababii cubbuu keessaniifis wanata gaarii kanain dhabdan.Isaayyaas 57:11-12 Akka isin sobdaniif warri akkas isin sodaachisan,isin naasisan kun eenyu fa’ii? Isin ana in irraanfattani, waa’ee koosyaadatti hin qabanne. Sababi ani yeroo dheeraadhaaf callumajedheef ana sodaachuu dhiifani? Ani hojii keessan isa isinqajeelummaatti lakkaa’atan nan mul’isa isaan si’achi homaa waa’eeisiniif hin baasani.Lallaba 8: 13 Namni hamaan garu Waaqayyoon sodaachaa fuula saadura waan hin deddeebineef bara saa akka gaaddisaa dheereffachaahin adeemu.JAALLALLI SIRRIN SODAA HAMBISAAkka jaalalli sirriin sodaa hambisu Macaafa Qulqulluu barsiisadhugaa dha. 1Yohaannis 4: 18 keessatti inni dubbifnuJaalala keessa sodaan hin jiru jaalalli inni iddoo ga’e sodaa gadibaase hin gata, sodaan adabatti hidhamee waan jiruuf, namnisodaatu jaalalli saa iddoo hin geenye.53

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!