12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Kanaafis, sagantaaan fayyinaa isaan dhiiyeessan bareedaafakkaata. Sababnisaas namoonni waan “Ana dabalabtee, cubbuun kooakka naaf dhiisame fi Kiristoosin bara baraaf akkan eeggamattin ofbeeka.” Kanaaf, namonni barsiisoota Macaafa Qulqulluu kana amananiiwaliin kallatti isaanirra bu’an hundinu akka eegumsa Kiristoos jalagalanitti of lakka’anii jiru. Sagantaa fayyinaa badnsasaanii mirkanneessuhordofuudhaan gowwoomfamani jirani, wangeela kijibaaamanachuudhaan of gowwomsaa jiru. Wanni gaddisiisu, isanis akkumanamicha isa sanbataan qoraan cabseeti.2 Qoronxoos 11:14 keessatti Waaqayyo seexani akka ergamaattidhufu akeekkachiseera. Kiristoos qofaatu ergamaa ifaati. Garuuseexanni, karaa barsiisota isaa qajeeltoota, Kiristoosin fakkaate nidhiyaata. Barsiisonni kuni faalla- Kiristoosidha, kan Kiristoosiinqoraniidha.Akka Kiristoosiin tajaajilaa jiranitti of beeku, dhugaatti garu,gooftaansaanii farra Kiristoos, seexana dha.Lallabni akka saanii kuni, warren barsiisoota MacaafaQulqulluu kabajaman, iddoo argetti ni argamu. Garuu haala hundumattu,dhugaa Kiristoos danuu cabsuu dhaan waan nama fayyisu hojjenna, isaodoo namni suni hin dhalatiin hojjetame xumurame. Kiristoos cubbuusaa hundaaf gati baaseera. Wanni Macaafa Qulqulluu nu barsiisu isakana dha. Wanni Macaafa Qulqulluu dhaggeeffachuudhan fidhugeeffannu ulfinni fayyina keenya hundi gara Kiristoos kan dhaquufhomaf kan nuuf hafu miti.Lallabdoonni fi hojjettonni wangeelaa kunneen gaheessoota,tajaajiltoota amanamoo Kiristoos, akka ta’an amanuu garuu isaan“hojjetoota qajeeloo” kan seexaanaa ti (2Qoronxoos 11:15). MaqaaYesuus Kiristoosiin dhufan, garuu hojiidhaan tajaajiltoota seexanaa isaakka ergamaa ifaa ta’ee dhufee ti. (2Qoronxoos 11:14) Sagantaa fayyinasaanii ofii kee hojjedhu keessatti sababa gooftaa saanii seexanaa kijibaguddaa fidan dhufu. Inni abbaa sobaati (Yohaannis 8:44). Akkamjibbisiisa! Mee warren isaan dhaggeeffatanii fi isaan amanan yaadaamee, yommuu isaan kijiba kana dhugaa godhani fudhatan, karaa abdiihomaa hin qabnetti qabamani jiru.Kanaafuu, kuni baayyee barbaachisaa dha, waggoota dheeraaakka fayyina argatanii jirtaniitti of lakkaa’aa turtanitu ta’a. sababni saasyoo Yesuusin akka fayyisaa ti “fudhattan”fayyitanitu waanjedhamtanittaniif. Feetu akka dhugabaatee waldaatti tajaajiltanitu ta’a,kanaaf waggootaa, fayyitani akka ciqilee Yesuus keessa turtani ofamansiiftaniitu ta’a.45

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!