12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Kanaafu, namni dhuunfnaan abboomii Waaqayyookabajuu yaaluillee, Waaqayyo garaasaa keessatti hojjechaajiraachuusaa ykn sammuunsaa isa gaggeessuu saa homaa hinbeeku. Innilee kan Waaqayoof garaasaarraa abboomamaa jiruta’uu saa hin beeku. Garuu gochisaa homtuu Waaqayyoongammachiise fayyisuusaaf isa kaakaasu ykn wabii kennisiisu yknwaaqaa fayyinaan isa qahu homaatuu akka hin qabaanne beekuunirra jiraata.Sababa inni seeroota kanaaf abboomame Waaqayyo akkaisa fayyisu dogoggoraan yaaduu ni danda’aYommuu namni hin fayyiin abboomii Waaqayyoofabboomamuu eegalu, abbomamuun saa akka darbee Waaqayyo osababa inni seeroota kanaaf abboomameefis sababa inni seeroota kanaafabboomameefis Waaqayyo akka isa fayyisu dogoggoraan yaaduus nieegala. Karaa kamiinuu seera Waaqayyoo cabsaa jira, isa Waaqayyohojiin namni hojjetu kamuu fayyinaaf gargaaru akka hin dandeenyi kaa’eni dabra. Wayita nama qoruun karoora Waaqayyoo ta’ee jirutti, akkainni abboomii Waaqayyoo hundaaf ajajamaa taa’ee fi dhiise, haraaraWaaqayyoon ala. Sanyiin namaa qorumsicha ni kufa.Suni, amala Israa’loota bara durii keessaatti ni mul’ata ture.Waaqayyo abboomiisaa hundaaf kan abboomaman ta’e, guutummaattiakka isaan eebbisu dubbateera (keessa Deebii 28:1, 18:15, 30:6-16)Kanaafuu, hanga danda’an gaarii ta’uuf yaalani, karaa kanaanfayyina akka argatani amananiitudha. Haata’u Waaqayyo Roomaa 9:31-32 keessatti gaddaan akkas jedhee dubbata,Israa’elonni warri seera qajeelotaa isaan godhu argachuufdhama’an garuu, isa bira hin geenye. Maaliif isa bira hin geenye?Isaan utuu amantii keessa argamuutti waan itti dhama’aniif isa birahin geenye, isaan “Dhagaa gufanna” sana irratti gufatan.Yommuu namni fayyina argachuu ofumaan ka’u akkumasalphaatti yaada callaboo keessatti kufa abboomamuun saa waan fayyinaisaaf kakaasuu ykn wabii kennu se’a. kunnis akkuma guyyaa gaafa24

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!