12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Waaqayyoo keessatti akka feetu makamaniif abdatanii fi kadhatan seeraWaaqayyof ajajamuu akka yaalan barsiifna.JIJJIIRAMA HUMNAAAmma gaaffiin ka’uu malu ni jira: Akkamiin fayyiin jireenyanamaa miidhuu danda’aa? Lammatta dhalachuu jechuu noo maal jechuudhaa?Yaadadhu, namni tokko odoo hin fayyiin dura, eenyummaa saaguutuudhan akkuma nama hin filatamnee fi hin fayyine ti. Qaamaa filubbuu dhaanis cubbu jala badeera, Waaqayyo irratti farra ta’eefincileerraa.Amma garuu, yomuu fayyetti, lubuun haarawaa isaafkennameera. Namooma isaa sanaan , Kiristoositi dhaloota haarawa dha.Yommuu qaamaan dhalatu, daa’ima foonii fi lubbuu baate dhalate dha.Yommuu fayyinaa moo, lammata dhalatu, lubbuu haarawaa argateera.Waa’ee kanaa sammu namoomaan hubachu dadhabuu fi ragaa jiijiiramaqaamaa argachu dhabuun dinqii Waaqayyo ti.Haata’u, jijjiiramni dinqii lubbuu saa mul’achuu ni danda’a,sunis, lubbuun mallatto haarawaa qaama namicha hin jijjiiramne irraqubate jireenya saa fi amala saa yommuu jijjiru mul’ata.Kuni dubbi Waaqayyo 1 Yohaannis 3:9 keessatti;Namni mucaa Waaqayyo ta’e hundinuu, sanyi Waaqayyoo waanta’eefis cubbutti qabamee jiraachuu hin danda’u.Wayita fayyinni ta’utti, namooma namaa irratti jijjiiramnidanuun akka dhalatu Waaqayyo ni barsiisaLakkoofa kana keesssatti, wayita fayyinni ta’utti namoomanamaa irratti jijjiiramni danuun akka dhalatu Waaqayyo nu barsiisa.Lubbuu saa haarawa ta’e keessatti, hin cubbu, Cubbuun hanga seeraWaaqayyo cabsuu ta’etti, lubbuun eenyumaa saa jechu, cubbuukakaasuu hin danda’u. Lubbuun eenyumaa saatiin, Waaqayyoon nijaalata, seerasaas ni kabaja jechuu dha. Abboomii Macaafa Qulqulluuhundaa fi fedhaa fi kaka’umsa ajajamuu guddaa ni qaba jechuu dha.Kana jechuun lubbuusaa haarawaa kanaan, hafuuraan jiraachaa jirajechuu dha.Eegi Waaqayyoo fayyina saaf (isa filatee, gatii cubbuu saakafalee fi lubbuu haarawaa kenneefin warren fayyan hundumaaf waan48

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!