12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

dursine yaadachuu qabna . Qajeelfamni sunis barroo fi barroo walcinaqabnee ilaalu qabna (1 Qorontoos 2:13) sunis, yomuu MacaafaQulqulluu barannu, goolabni keenya Macaafa Qulqulluu hundi keessaisaa wal dhugaata akka qabu ta’uu qaba.Dhugaa kana sammuutti qabuchuuni fi qajeelfamicha hojiirraoolchuun, barumsa kana keessatti, akkuma dursinee barannee, dabarreeslakkoofsa hedduu keessaatti haala fayyinaa kan ilaallu ta’a. Lakkoofsahedduu beekkamaa ta’e Roomaa 10:13 iddootti Waaqayyoo akkasjedheen barumsicha eegalla.“Namni maqaa Gooftaa waammatu hundinuu in oola” ni jedha.Amma alaabaan diimtuun ol kaateetti, kanaafis of eeggachuqabna. Abboomi saaf ajajammun Waaqayyon yaamachuun hojii nuttihojjennu dha, lakkioofsi kuni kan barsiisu, yommuu nuyi hojiiWaaqayyoon yaammachuu hojjenuu, fayyina keenya fidu, garuuWaaqayyoo hojii nu fayyisuu saa hunda hojjeteera sababa kanaafis hindanda’amu jechuu dha. Kanaafu, lakkoofsa kanaaf odeeffannoodabalataa Macaafa Qulqulluu keessaa argannu maleesa hubachu akka hindandeenye ni beekna.Yommuu odeeffannoo dabalataa soqnu, gara Ermiyaas 29:11-13isa jiruu dhufna. Achitti Waaqayyo kan jedhuYaada ani isiniif yaade anuma qofaatu beeka innis yaada nagaa fiyaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuu timalee yaada isin balleessu miti. Yommuus isin gara kootti deebitaniimaqaa koo waammattanii ana in kadhattu, anis isiniif nan dhagahaisin ana in barbaaddattu, garaa keessa guutuu dhaan yoo anabarbaaddattan, ana in argattu.Dhugaan walfakkataan Seera Keessa Deebii 4:29 keessatticaafame jiru akkas dubbifama.Achitti garuu Waaqayyo Gooftaa keessan in barbaadattuu, isingaraa keessan guutuu dhaan yaada keessan guutuudhaan yoo isabarbaadan isa ni argattuu.Waaqayyo waa’ee maqaasaa yaammachuu fi fuulasaa fayyinakennyaaf barbaadachuu irratti ofeeffannoo barbaachisaa te’e akka garaakeenya guutuudhaan isa barbaadannu nuuf kennee jira. Garuu sun akkahin danda’amne dha. Sababinsaa haala garaa namoota fayyina hinargatiiniti. Kanas Ermiyaas 17:9 keessatti ni dubbifanna.28

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!