12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

heddootaaf ni jira, anillee isaan keessaaguddaadha.tokkodha. Sun jajjabinaWARRI FILATAMAN KIRISTOOSIIF KENNAMANWarreen Waaqayyoon dhifamaa fi fayyinaaf filatamanKiristoosiif dabarfamanii kennamaniiru; kanas Yohaannis 6:37 keessattiakkas jedha.“Abbaan koo anaaf kan kennu hundinuu gara koo ni dhufa,isa garakoo dhufu ani of irraa hin ari’u.”Haa ta'uuti Yesuus warra filataman kana hanga xumuraattiqabatee turuuf waa'ee cubbuusaaniif wanni tokko godhamuu qaba ture.Seerri Waaqayyo , inni Waaqayyoon barreeffame, sababa namni bifaWaaqayyoon uumameef namni kamuu adaba cubbuusaaf kaffaluu qaba.Kanaaf, Waaqayyoon filatamanii fi akka qabeenyasaa ta'aniif Kiristoosiifkennaman, yoo gatiin cubbuusaanii kaffalame malee isaan hin fudhatu.Seerri Waaqayyoo moo gatiin cubbuudhaa du'a ta'uu beeksiseera.Kanaafuu, warreen filatamanii Kiristoosiif kennaman gatiincubbuunsaanii waan hin kaffalamneef gara Yesuusitti dhufuu hindanda'an. Kun moo gara gocha birootti nu geessudhaan, Waaqayyobakka warra fayyina argataniin hundaaf waa gochu isaa nu agarsiisa.BAATAA CUBBUUWaaqayyo yommuu wayyaba uumaa, yeroo jalqaba reefu uume,ilaalee ti, bakka warra filatamaniif dheekkamsa Waaqayyoo kan baachuudanda'u, warra Waaqayyoon filatamanii Kiristoosiif kennaman, akka hinjirre hubate kunis Isa 63:5 fi Hizq. 22:30 keessatti argama. Kanaafuunamni kamuu odoo Waaqa qulqulluu Waaqayyootti hin seeniin dura gatiicubbuu isa seerrisaa du'a dha jedhee labse sana kaffalamuu qaba. Karaakamiinuu seerri Waaqayyoo inni qajeelaan guutamuu qaba.Kanaafuu, gocha araaraa fi jaalalasaa al-cinaayinaan, bakkaKanaafuu, gocha araaraa fi jaalalasaa al-cinaayinaan, bakkawarra isaaf kennamanii Kiristoos matumasaatu baataawarra isaaf kennamanii Kiristoos matumasaatu baataacubbuusaanii ta'ecubbuusaanii ta'e.6

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!