12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

HOJII AMANTAAYommuu waa’ee fayyinaa dubbannu, jechi baayyee barbaachisaasirriitti hubatammu qabu jecha “amantaa” jedhu dha. Akkuma baranne“amantaa” jechuun isa “Amantii” jedhu irraa dhufe dha. Amantiin hojiiakka ta’es baranne jirra, kanaafis; “amanuu” jechuun hojii hafuuraahojjechu dha. Akka hojiin nuyi hojjennee fayyina keenya kakaafnu ykngargaaruu dandeenyu moo akka hin jirres baraneerra.Sanyin namaa, fayyina argachuu saan alatti, hanga ta’e hojiiamantaa hojjechuu ni danda’a. Sababa sammuu qabuu fi garaasaakeessatti seerri Waaqayyoo dursee barreefamee jiruufi dha. Namnihanguma gara mootummaa Waaqayyootti aseenuuf barbaadeti hangafayyetti, abboomii sanaaf ni ajajama sababni saas waan amanuudanda’eefi dha. Garuu amantaan akka sanaa isa fayyina walin walittihidhate miti. Waaqayyo waa’ee namoota garaa guutuudhaan amananiifayyani Roomaae 10:9-10 keessatti iddoo akkas jenne dubbifannu keessakaa’eera;Yesuus akka gooftaa ta’e yoo afaan keetiin beeksifte, Waaqayyoakka du’aa isa kaase moo garaa keetti yoo amante fayyina barabaraa ni argatta. Namni garaa isaatti amane qajeelaa ta’e, afaansaatiin beeksises ni fayya.Haa ta’u garaan namaa akka jallate baraneera (Ermiyaas 17:9,Maatwoos 15:19) kanaafu, hanga Waaqayyo garaa haarawaa nuufkennutti garaa irra amanuuf rakkisa dha; wayita Waaqayyo garaahaarawaa nuuf bennu jechuun nu fayyiseera jechuu dha. (Hizqi’eel36:24-27) kanaafu, wayita fayyina keenya dura amannu garaa irraa miti,kanaafu fayyina wajjiin hidhata qabaachu hin danda’u.Gama biroon, yoo garaa keenya guutuu dhaan ni amanna ta’ee ,Waaqayyo nufayyiseera jechu dha. Garaa haarawaa nuuf kennuu dhaan,Amantiin keenya bu’aa Waaqayyo nu fayyisuu isaati. kanaafuu, jechi“amanuu” jedhu fi gaaleen “amantii qabaachu” jedhu karaa itti fayyinaargachuu dandeenyu kamiinu safaramu ykn adda baafamuu hin danda’u.Hojii Ergamootaa 8:13-23 keessatti kan dubbifannu Simoonamanee cuuphame, booda garuu akka fayyina hin argatiin lakkoofsa ittifufee jiru ni agarsiisa. Abraam ni amane garuu Waaqayyo (Kiristoos )qajeelummaatti lakkaa’eef. Simoon akka nama fayyina hin argatini ti niamane.Abraam akka nama fayyeeti amane. Haa ta’uuti Simoon keessattishaa ta’uu jireenya Abraam keessatti amantiin kaka’umsa fayyinaaf hinoo’lle.32

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!