12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

gidiraa cimaa keessa galee jira, dabalees Macaafa Qulqulluu isa maddadhugaa tokkicha ta'e xiyyeeffannoodhaan dhaggeeffataa hin jiran.Barruulee kana keessatti, kan nuti diriirsuuf yaallu, ammadanda'ametti ofeeggannoo guddaadhaan, barsiisa Macaafni Qulqulluuwaa'ee karoora Waaqayyoo araara namoota baay'eef ta’uufi Waaqayyoogidduu fi murto sukkanneessaa sanyii dhala namaa irratti dhufubali’inaan tarreessuuf ni yaalla.Wanti nuti yaadachuu qabnu Macaafni Qulqulluu afaan isaa isajalqabaatiin,Waaqayyoon barreeffame ture, garuu Waaqayyo namootabarreessitoota ta'an fayyadame ture, akka 1Pheexiroos 1:21 nutti himutti.“Raajii dubbachuun takkaa jaalala namaatiin hintaane; garuunamoonni Hafuura Qulqulluudhaan geggeeffamanii, wantiWaaqayyo biraa fudhatan dubbataniiru. ”Jechoonni jarri barreessan sun Waaqayyo Isa mataa isaatiin kandubbataman turan (Ermiyaas 36:1-4). kanaafuu, Macaafa Qulqulluudubbisuu fi qo'achudhaan dhugaa isa xumuraa fi isa dhugaa arganna.Waan kana ta'eef, karoora fayyisa Waaqayyoo ilaalchisee tokkoontokkoo fi yaadni xumuraa hundi barsiisa Macaafa Qulqulluutiifamanamaa ta'uutu irra jiraata. Kanaaf, yaada xumuraa warraabbileeMacaafa Qulquluutiin namaan qindeeffaman hundaa sirriittii xiinxalleeilaaluuf qophaa'oo ta’uu qabna.WAAQAYYO NAMA KAMIINUU FAYYISUUF MAALGOCHUUTU IRRA TUREE?Wanta Macaafni Qulqulluun waa'ee furmaata gidiraa hamaa isadhala namaa mudatuu ilaalchisee dubbatu of eeggannoodhaanmurteessuudhaan qo'annoo keenya itti fufna. Haalli dhala namaabaay'isee rakkisaa waan ta'eef karaa ittiin inni miliqanu kan kennuudanda'u Waaqayyo mataa isaa qofa.Guutummaan Macaafni Qulqulluu, seera ilmii namaa ittiin buluufi dabalataaniis Waaqayyoo mataan isaa kan ittiin nu bulchuu, Waaqayyomatuma isaatiin kan barreeffameefi, macaafa seeraa akka ta’eeyaaddachuu qabna. (Macaafa Faarfannaa 138:2). Kanaafuu, furmaannirakkoo wal xaxaa dhala namaa ulaagaa heerotaa hunda warra MacaafaSeera Waaqayyoo, Macaafa Qulqulluutiin diriirfaman guutuu qaba.3

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!