12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Waaqayyoos isaan fayyisuu isaa ni hubatani. Garuu haqxi jiru, sababaKiristoos hoolaa qalmaa ta'ee jalqaba hundeeffama addunyaa (Mul'ata13:8) irraa qabee of dhiyeesseef, dhiyaatani qulqullaa'ina argataniiru.Haa ta'u, yommuu fayyina argatan, akka fayyinicha argatan sanasababa araara Waaqayyoo isaan filata gatii cubbuusaanii isaaniif baaseta'uusaa ni beekani. Jireenyasaanii keessatti fayyinni kan mirkanaahe,wayita Waaqayyo isaan fayyisee jireenya bara baraa fi lubbuu mallattoohaarawaan itti chaappeeffame argatan sanadha.Kanaafu, yeroon kun seenaa keessatti; har'a addunyaa keessatti,ummanni hedduun gatii cubbuusaanii kan hin kaffaliin ni jiran, garuumoo cubbuu waliin jiraachaa jiru, akkuma warri kaan jiraachaa jiran.UUMAMAAN SANYIIN NAMAA HUNDI HAFUURATTIDU'AADHASanyiin namaa hin fayyin, inni fayyinaaf Waaqayyoon filatameshaa ta'u, ykn hin filatamiin hundi afuuraan du'aa ta'uusaanii beekuu niqabna. Qaamaa fi lubbuun cubbuun faalamani jiru. Kanaafis Maatwoos15:19 keessatti dubbifna.Wanti hamaan hundinuu yaada garaa keessaa ba'awoo, isaanisnama ajjeechaa, ejjummaa, halalummaa, hanna, sobaan dhugaaba'uu, nama salphisuu.Waaqayyo warra fayyisuuf barbaade isaaniif karoorfate, odoohin fayyin dura akkatti jiraatan kan ibseera, Efesoon 2:3 keessatti akkasjedha.Nuyis hundumti keenya hawwa foon keenya duukaa buunee, akkafedha namummaa keenyaa fi yaada keenyaatti warra akkasi gidduujiraanneerra. Kanarraa kan ka'ees akkuma warra kaanii dhalootaandheekkamsa Waaqayyoo jala gallee ture.Akkaataa seera Waaqayyoo qajeelaatti adabni cubbuu bahuuqaba, kaffaltin seera Waaqayyoon gaafatamemoo dugagaminsadhaAkkaataa seera qajeelummaa Waaqayyootti, adabni cubbuukaffalamuu qaba, kaffaltiinsaa moo dugugaminsa ta'uusaa yaadatamuu9

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!