12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

fayyise, Waaqayyoon garaasaa guutuudhaan barbaaduu fi amanu nidanda’ata. Yommuu garaa haarawaan argatu lubbuu saa hafuurasaanguutammaan jiraataa bara baraa ta’a.SANYIIN NAMAA HUNDI WAAQAYYOON AKKAABBOOMAMEERAHojii Ergamtootaa 16:13 keessatti kaniinni jedhuu.AMANUGooftaa Yesuusitti amani in fayyita maatiin keesse in fayyu jedhanideebisaniif.Amanti garaa keenya keessatti qofti fayyinatti hidhata. kanaafuuyommuu garaa keenya keessatti amannu dursinee waanfayyineefidha.Sababni isaas garaa keenya keessatti akka amanuudandeenyuuf Waaqayyo dursee garaa haarawaa waan nuf kennuu fi dha(Hizqi’eel 36:26) Garaan haarawaa fayyana argachuu keenya kanmul’isu dha.Dubbi Yohaannis 3:16 keessatti kan dubbifannu mooWaaqayyo akkasitti tokkicha ilma saa hamma kannuufitti biyyalafaa jaallate, kunis moo isatti kan amanu hundumaaf jireenya barabaraa haa qabaatuuf malee haabaduuf miti.Amma, jechi “eenyulle” jedhu warreen fiilannoo Waaqaayyooakka agarsiisu ni beekna. Akka namoonni hin fayyine, Waaqayyoleisaan fayyisuuf hin yaadne garuu moo isatti hanga ta’e amananbeekneera warreen fayyan waan hojii amantaa Kiristoos itti amanansababa hojjetaniif akka hin taane baranneera. Duugaan jarri isatti niamanu sababa Waaqayyo jireenya bara baraa isaaniif kanneefi dha.Amantaan saanii bu’aa fayyina Waaqayyoo ti.Dhugaan jiru isatti ni amanu sababa Waaqayyo jireenyabara baraa isaaniif kenneefidhaHOJIIN KIRISTOOS HOJJETE NUFAYYISUUFI DHAAkkuma Waaqayyo Macaafa Qulqulluu barreesse, dhugaakeessa jiru argachuufis hin laaffifne. Yommuu lakkoofsa rakkisaa kana34

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!