12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Garaan namaa waan hindumaa irraa jallaa dha, namnis isaqajeelchuu hin danda’u. Egaa eenyutu isa beekuu danda’aree?Maarqoos 7:21 keessattimoo kandubbifanuuYaadni hamaan hundinuu keessaa yaada garaa namootaatti in ba’a,isaani moo halaalummaa hanna, nama ajjeechaa dha.Eenyullee odoo Waaqayyoon garaa saanii keessatti hinyaamiin dura, onnee haarawa argachuu qabanKanaafu, eenyullee odoo Waaqayyoon garaa saanii keessatti hinyaamiin dura, onnee haarawaa argachuu qabna; sunis, kana booda garaajallinaa hin qaban jechuu dha. Wanni Macaafa Qulqulluu barsiisu isakana jechuu dha . Fkn, Hizqi’eel 36:25-27 ti Waaqayyo akkas jedha:Ani bishaan taliila isinitti nan facaasa isinis in qullooftu, anixuraa’ummaa keessanif I Waaqoolii tolfamoo keessan hundumaattiisin nan qulleessa, ani garaa haarawaa isiniif nan kenna, hafuurahaarawaas isin keessatti nan kaa’a, ani garaa isa haaraa isiniif nankenna hafuuraa haaraas isin keessa nan kaa’a, ani garaa isa akkadhagaa sana isin keessaa na baasa, garaa isa akka fooniis isiniif nankenna ani hafuura koo isini keessa nan kaa’a, isin akka seerootakootti akka adeemtaniif, wanta qajeelaa ta’es gaarii gootanii akkaeegdan isin nan godha.Lakkoofsa kana keessatti, Waaqayyo akka isaan onneenhaarawaan nuuf kennamu barsiisa. Karaa dinqii hedduu ittii garaahaarawaan nuuf kennamu kana hafuura haarawaan, akka isa fuulduraabboomidhaan ittin dedeebinuuf nuuf ta’a. Barnoota kana keessattiwaa’ee garaa haarawaa ykn lubbu haar’a mallatteeffamee, yeroo fayyinaargannu fudhanuu haasofna. lakkoofsa Hixqi’eel akkaataa itti Waqayyonu fayyisuuf jiruufi inni qofti gochuu danda’uu nu barsiisa.NAMNI HUNDINU WAAQAYYOON AKKA WAAMMATUABBOOMAMEERARoomaae 10:13 keessatti “namni maqaa Waaqayyoo yaamufayyina ni argata” jedha garuu hanga odeeffannoo dabalataa kanaanhidhate jire Waaqayyoon garaa keenya guutuu irraa yoo yaamne ni29

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!