12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

4. Yesuus Kabajaa Namootaa Miti. Kana jechuun gareen namootaisa kanaa, isa kaan caalaa kan fayyina argatu miti. Namni tokkohawaasaan caalchifamuu fi akka waan “hin tuqamneetti” ilaallamu nidanda’a, garuu Macaafa Qulqulluu keessatti Waaqayyo waa’ee namootafayyina argatanii, bara waldaale Yesuus keessatti dhiibame fi tuffatamanidubbata. Fkn waa’ee dubartiitti samaariyaa (Yohaannis 4:4-42) fi,qaraxxicha Zakkiyoos (Luqaas 19: 2-8). Lamxicha (Luqaas 17:12-19),yakkamticha yakka saaf ajjeefame (Luqaas 23:39-43) fi dubarti ejjitu(Yohaaniis 8:1-11) Isaan kuni akka harcaate hawaasaatti ilaallamangaruu Waaqayyo hunda saanii fayyise. Kanaafu, akka inni kabajaanamoota hin taane argina. Nama hin fayyine hundaaf akkam dinqii dha.5. Waaqayyo araara qabeessa. Dhugumaadha araarri kanacaalaa waldaale naanno keessatti hin argamu iddootti paastaronni,jaarsolii , daaqaonni fi barsiisonni hiyyassatti lallaban hin jiraatu.Malii dhugaan rakkisaan akkanaa! Garru moo waldaalee dhaanala, addunya mara keessatti, Waaqayyo araara saa hin herregamneagarsiisu ittuman fufee jira. Waaqayyo waaqa araaraa ti.Faarsaa 103:8 keessaa kana dubbifna:Waaqayyo oo’a qabeessaa fi araara qabessa dha, aariitti suutajedha gaarummaan saa gudda dhaFaaruu 3: 31 -32 jiru mooWaaqayyo bara baraan isa hin gatu. Waaqayyo gadda yoo namattifideyyu, akka baay’ina gaarummaa isaatti deebi’ee moo in araaramaWaaqayyo Yoo’el 2:13 keessatti bareechee dubbataEgaa garaa keessan tarsaasaa malee uffata keessan hin tarsaasinaa.Gara Waaqayyo gooftaa keessanitti deebi’aa! Inne araara qabeessaafi oo’a qabeessa waan ta’eef dheekkamsatti hin ariifatugaarummaan saas baayyee dha wanta hamaa namatti fidu irraas ofhin qusata.6. Waaqayyooti fedhii keenya jabaa fayyinaaf qabnu ni beeksifna;Waaqayyoon kadhachuu, garaa dhaan gaafachuu fi fayyina Waaqayyofdhangala’u dha. Waaqayyoon kadhachun hojii nuyi hojjennu dha,60

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!