12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Galaatiyaa 2:16) kanaafuu, akkaataa itti Waaqayyo “hojii” afuuraafhiikkaa itti kenne hubachuu qabna.Yoonaas 3:10 kessatti kan dubbifnu.Waaqayyo kana gochuu isaanii karaa, isaanii isa hamaa irraadeebi’u saanii in arge, kanaafi inniwanna hamaa isaanitti fiduudhaaf dubbate sana in dhiise, irrattis hin fidne.Maatwoos 7:22 keessatt moo;Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baayyeen yaa Gooftaa yaagooftaa nuuyi maqaa keetin raajii dubbanneera, maqaa keetinhafuuroota hamaa baafneera, hojii aangoos maqaa keetiin baayyehojjenneeramitii? Anaan jedhu jedha.Hoggayu abboomii Waaqayyoo yoo bullu, waan Waaqayyogammachiisu goone jechuu dhaLakkoofsa kanaaf sagalee Waaqayyoo biro irraa wanni barannuhoggayu abboomii Waaqayyoo yoo bullu, waan Waaqayyoongammachiisu goone jechuu dha. Wayita abboomee Waaqayyoonkaachifannu moo waan Waaqayyoon hin gammachiifne hojjennejechudha. Fkn, Macaafa Qulqulluu nammi hundinuu akka Kiristoos ittiamanu niabbooma. Amanuuni moo hojii nuti hojjechuu gabnu? Eyeen,isa dha. Jechi “amanuu” jedhu gacha isa jecha “amanti” jedhu irra dhufedha. Macaafa Qulqulluu haala ifa ta’een 1Tasaloonqee 1:3 fi 2Tasaloonqee 1:11 keessatti waa’ee “hojii amantii” kaa’ee jira.1Tasaloonqee 1:3 akkas jedha.Fuula Waaqayyoo keenyaa fi abbaa keenya duratti hojii amantiikeessanii, jaalalaa fi dadhabuu keessan, gooftaa keenya YesuusKiristoos in abdachutti jabaachuu keessan hin yaadanna.2 Tasaloonqeeni 1:11 moo akkas jedhaKanaafis Waaqayyo keenya waamicha isaaf warra malan akka isingodhatuuf gaarummaa dhaafis hawwa gaarii hundumaa hojiiamantiis human saatiin fiixaan akka baasuuf yeroo hundumaa isiniifin kadhanna.15

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!