12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Lakk 24 Abboommonni siif dhugaa ba’an garaa na ciibsu, isaangorsiituu kooti.Lakk 47 Abboommiin kee inni ani jaalaadhu garaa na ciibsa.Lakk 77 Seerri kee waan garaa na ciibsuuf, lubbuun akka anattideebi’uuf araarri kee anaaf haa dhufu.Lakk 97 Ani seera kee attaman jaaladhaa! Guyyaa guutuu irradeddeebi’en nan yaadadha.Dubbiin akkanaa kuni Macaafa Qulqulluu guutuu keessa guuteejira. Namni dhugumatti fayyina argate jireenya saa keessatti fedhii fikaka’umsa kana shaakala. Kanaaf waan 1 Yohaannis 2:3-5 keessattidhugaa caaffame jiru sana qalbeeffachaa fi adda baafachaa jiraata.Akkana jedha.Abboomii isaa eguu dhaan isa beekuu keenya in hubanna.Namni”ani isa beeka “jedhee abboomii saa moo hin eegne sobduudha, dhugaanis isa keessa hin jiru.Amantoonni dhugaan abboomiin Waaqayyoo akka MacaafaQulqulluu guutummaa dabalatu ni beeku. Wayita fedha foonsaatti ofkennee cubbu irratti kufu waan isatti dhagahamu ni beeka.Akkuma namaWaaqayyoo, Daawiti gargarsa Hafuura Qulqulluun gadda garaasaa ittidhagahame sana isa Faarsaa 51 dubbifannu sana ta’a.SODAA FI RIFAATUU DHAANAmalli nama fayyina argate tokkoo qulqullumaa fi qajeelummaWaaqayyoo arguu fi murtoosaa biyya lafaa hundaa irratti ta’uuf jedheqalbeeffachuu saati, Filiphisiyoos 2:12 keessatti…Wangeela ballisuuf ba’eessa godhee hojjechuu akka beektaniif”Fayyinni amanaan “hojjechuuf ” jedhu bara jireenya saaf fayyinaWaaqayyo isaaf kennedha. Garuu hamma araara Waaqayyoon (2Pheexroos 3:18) guddateen ulfina Waaqayyoon dabalaa bula, cubbuufoonsaa hin fayyineen godhamu irraa goraa sodaa fi rifaatuudhaantajaajila.51

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!