12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Amallee, yommuu Museen Waaqayyoon waa’ee adaba hojiiseera darbuu baayye bicuu kanaa waa’ee guyyaa sanbataa gaafatu,namni kuni gochasaa kanaaf dhakaan tumamee akka ajjeefamudeebeseef. Haalli diraamaa kanaa dhugaa jabaa nuuyi mirkanefachuuqabnuu waa’ee fayyinni guutuun isa karaa hojii Kiristoos guutumaattidalagee ta’uusaa akka hubannuufi dha.Isaan fayyina sanii karaa kamiinuu yoo ta’e gargaaruuf akkadanda’an yaadaniif haraarri homtuu hin jiraatuAbboomii seera Waaqayyof buluudhaan karaa gargaarsa fayyinakeenyaaf gumaachuu dandeenya jenne yaadnu gonkumaa yaaduu hinqabnu. Seeraaf ajajamuun hojii afuuraa hojjechuu qabnu dha karaafakkeenya seenaa namicha sanbataan qoraan cabsateen, Waaqayyonutty illee ni dubbata. ISAAN FAYYINA SANIIF KARAAKAMIINUU YOO TA’E GARGAARUUF AKKA DANDA’ANYAADANIIF HARAARRI HOMTUU HIN JIRAATU.EEBBA SAGANTAA QORUMSA WAAQAYYOOSagantaan qorumsaa kuni warren fayyina akka argatan amananiifeebba jabaadha. 2 Qoronxoos 13:5 keessatti Waaqayyo kan abboomu;Amantiitti qabamtanii jirtu yoo taatan isinumtti of ilaalaa! Ofqoraa! Yesuus Kiristoos isin keessaa akka jiru dhuguma nibeekuree? Yoo akkas ta’uu dhaa baate isin qorannoo sanatti kufuukeessani dha .Dhugumatti, fayyina keenya akkamitti mirkanfachuudandeenyaa? wanti guddaan nuyi gochuu dandeenyu akkaata fayyinakeenyaaf amantaa qabnu qorachuu dha .Wanni mirkanfachuu qabnu, yaadaa fi ilaalcha kamuu qabaannu,kanas sanas goonu, waa’ee fayyina keenyaaf of kakaasuu ykn gargaaruukeenyadha. Qajeelfama Macaafa Qulqulluu sirritti qabachuu keenya kanmirkanefannu yommuu hojiin fayyina keenya odoo nuyi hin dhalatiindura hojii Kiristoos nuff hojjiten ta’uu saati. Fayyinni hojii Kiristoosguutummaatti hojjete jiruuni dha; kanaafu fayyina keenyaaf wanni nuyigumaannu homtuu hinjiraatu, hojiin bicuun, seera kamiifu22

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!