12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

taasifame. Guyyaan torbaffaa Sanbanni guyyaa itti hojiin homtuu akkahin hojjetamne itti dhowwame ta’u hin dagatiinaa. Kuni moo suuraaqajeelfama hojiin nuuf hojjennu homtuu akka fayyina keenyaaf hingargaarre kan agarsisu dha.Battala kan, dubbii walxaxa jabaa waldaalee keessa jiruu haailaallu. Akkuma namicha guyyaa Sanbataan qoraan cabseen sanaanqixxee sababa Kiristoositi amaneef sagantaa fayyinaa isaan yaadankeessa akka galani jiran ni barsiisu. Namni kuni garuu ammalledheekkamsa Waaqayyoo jala jira. Maali dubbiin jibbisaan dhalatee jirukunii?Akkamitti, egawoo, lakkoofsi kuni hiikkameeti jiraa? Amantiinhojii ta’uu saa sammuutti qabanne mee hikkaalee jiran kana sakattaana.ABRAAHAM WAAQAYYOON AMANATEE, FAYYINAARGATEE?Jalqaba, Seera Uma 15:6 ilaalla, Hiikkaan Macaafa Qulqulluukiingi Jamsi keessa jiru akkana jedha.Gooftaatti amanatee; qajeelummaattis lakkaa’ameef. Lakkoofsikuni, amantiin Abraaham akka lakkaa’ame ykn sababa inni amaneef,Waaqayyo isa fayyise jedha.Amantiin hoji nuyi hojjennu dha. Hojiin keenya moo qaamafayyina keenya gonkumaa ta’u hin danda’uGaruu akka barannetti, goolabbin sun hin danda’amu sababni saaamantiin hojii nuyi hojjennu dha. Hojiin keenya moo qaama fayyinakeenyaa gonkumaa ta’uu hin danda’u. Qabiyyeen lakkofsa kuni keessattiargamu kan nutti himu amantiin Abraaham amanti namni fayyina argatetokkooti. Wayita Waaqayyo ni fayyisu, waan garii dalagna, garuu karaakamiinuu hojiin Keenya kuni, inni amantii dabalatu kun, akka fayyinuwaan gargaaru hin qabu. Yeroo marayyu bu’aa fayyinaa, ta’uu saa hindagannu.39

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!