12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Odoo hin fayyin dura, qaamaa kanaan cubbuu jala badeera,lubbusaaniis cubbu faana badeera. Akka warra gonkumaa hinfayyineettis afuuraanis du'eera.Sunimoo gara gocha Waaqayyoo isa guddaa sadaffaatti, isa garawarra Kiristoos isaan fayyisuuf dhufeetti fidan.DINQII DHALOOTA HARAAGochi Waaqayyo godhe inni sadaffaa bakka warra qabeenyabara bara ta'anii Kiristoosiif kennamaniidhaa lubbu du'aa kaate, mallattoohaarawaa kennudha Yesuus waa'ee kanaa Yohaannis 3:5 keessatti akkasjedheera....dhuguma dhuguman sitti hima, eenyulle bishaanii fi HafuuraanQulqulluutti yoo dhalachuudhaa baate, mootummaa Waaqayyo ottigaluu hin danda'u.Sana duras Yohaannis 3:3 keessatti akkas jedha.Dhuguma dhuguman jedha, eenyulle olii yoo dhalachuudhaa baatemootummaa Waaqayyo arguu hin danda'u” jedhe.Bishaanii fi afuuraan dhalachuu jechuun wangeela bishaan irraadhalachuu jechudha, gocha Waaqayyoon Hafuuraa Qulqulluu(Yohaannis 4:10-15, Yohaannis 7:38). Gocha kana Waaqayyo Roomaa10:17 keessatti akkas jechuusaa argina.Egaa amantiin dhaga'uu irra ni dhufa, wanti dhaga'uun ta'u moodubbii Kiristoos in beekkama.Tolcha humna Waaqayyoon, iddootti warra fayyinaargatan jiraachisu uumeTolcha humna Waaqayyoon, iddootti warra fayyina argatanjiraachiisu uume. Iddoon sun moo Macaafa Qulqulluudha, isa sagaleeWaaqayyo odha. Kanaafu, nama kamiifuu sagalee Waaqayyoo odoo hindhagahiin fayyina argachuun hin danda'amuuf. Sagaleen sun mooMacaafa Qulqulluudha. Kanaafuu Waaqayyo baroota waldaa keessattiwaldaaleen wangeela addunyaa maraaf akka labsan kan abboome13

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!