12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

keessa gangalatudha. (Yohaannis 14:23). Lubbuu mallattoo haarawaa santa'uusaa Waaqayyo nu mirkaneesseera. Kanas dubbii fakkeenya huccuudulloomaatti isa haarawaa erbuun akka tarsaasu dubbate keessattidha(Maatwoos 9:16). Cufti huccuu haarawa ta'uu qaba. Akkanuma dubbiidooccoo daadhii wayini duriitti haarawa naquus (Maatwoos 9:17)keessattis kaasee jira. Kuni caalaatti dubbi Macaafa Qulqulluu birookeessatti ka'ee jira, fkn 2Qor. 5:17 keessatti.Kanaafis namni kan Kiristoos yoo ta'e, uumama haar'aadha, innimoofaa darbe, kunoo inni haarawaan dhufeera.Kutaan namooma namaa battaluma uumamaa isa haarawaa ta'eafuura haarawaadha (lubbuu haar'aa ka'edha) isa Waaqayyo yeroosagaleesaa itti kicun isaaf jireenya kennedha. (Hizqi'eel 36;26).Akkasumas xumura yeroo irratti, jarreen filataman kun qaama afuuraadu'aa ka'e mallattoo haarawaa argatu. “Battala, hanga libsuu ijaatti,fiinoo xumuraa irratti, yommuu afuuffamu; warri du'an ni ka'u, nijijjiirramanis (1Qor. 15:52).Kanaafu, fakkeenyi barbaachisaa sanyiin namaa afuuraan jiraataata'uu akka hin dandeenye kan agarsiisan, Macaafa Qulqulluu keessattikennamaniiru. Kun Hizqi'eel 37 keessatti kennameera; iddoottiWaaqayyo warra hin fayyine lafee gogaan fakkeessetti, ammalleeWaaqayyo yommuu godhu, lafeen godduun sun gara jireenya guutuuttideebiseera. Fakkeenyi biroon Yohaannis 11 keessatti ni jira, iddoottinamichi Alaazaar jedhamu reenfa fooli kenne ture irraa abboommiiGooftaa Yesuusiin gara lubbuutti deebi'eedha. Akkuma kana Waaqayyojireenya afuuraa bara baraa gara sanyi namaa kan fiduu danda'u, warrauumamaan afuuraan du'an, Waaqayyo qofaadha.Addunyaa kana keessa gosti namoota fayyina hin argatin lamajiraachu mirkanfachu dandeenyaAddunyaa kana keessa gosti namoota fayyina hin argatin lamajiraachu mirkanfachu dandeenya. Isaanis warreen afuuraan du'anii warrafilatamanii fi kana booda dheekkamsa jala hin jirree fi warreenfilatamanitti kanneen hin dabalamne, kanaafis, jireenya bara baraa hinqabaannee fi dheekkamsa Waaqayyoon gidirfamanidha. Yeroolamaanuu, afuuraan kan du'an haa ta'an malee, seerri Waaqayyoo hanga11

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!