12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Garuu Waaqayyo hinaafaa sirrii dha. Waaqayyo hojii nufayyisu hundumaa hojjeteera, kanaafuu, battalumaafillee hojiin nuyigama keenyaan goonu homtuu, wanti bicuunillee fayyina keenyaafgumaanni inni qabu akka jiru yaadu hin qabnu.FAAYIDAA QAR-FIIXEE GUYYAA TORBAFFAA DILBATAADhugaan barbaachisaa kanaa haala dinqisiisaan Kakuu Moofaakeessatti agarsiifameera. Guyyaan torbaffaa Dilbataa waldaaleedhaanjabeeffamee akka ilaallamu yaadachu qabna, saba Israa’el keessattiHojiin fayyinaa inni Waaqayyoon kalaqame seera jilaa dhugaa kanagarsiise dha. Gaafa guyyaa toorbaffaa Dilbata Israa’elonni hojii kamuuakka hin hojjinne godhe sana nuufis fayyina keenya gargaaruuf jechahojii homaatu hojjechuu hin qabnu. Seera Ba’uu 31:13-14 kessattiWaaqayyo akkas jedheera;Saba Israa’elin sanbatoota koo eegi! Ani Waaqayyo isa siqulqulleesu akkan ta’e akka beektuufi, dhaloota hundumaa keessattisanbannii kun anaa fi si gidduutti milikita jedhi! Guyyan sanbaataaeegi inni siif qulqullaa’aa dha; namni qulqullinatti isa hin eegne haaajjeefamu! Nama guyyaa sanatti hojii hojjete hundinuu saba isaakessaa haa balleffamuu.Lakkofsaa kana keessatti, Waaqayyo qajeelfama qarbarbaachisaata’e hojii nu qulqulleessuf oolu durse kenneera. Jechi“qulqulleessuu” jedhu kuni qaama tajaajila Waaqayyoo ta’uu saa ti. Nuyihafuuraan hojii isaaf adda baafamneera yommuu fayyina arganu.Dubbisa kana kessatti, Waaqayyo waan nu qulqulleessu ykn nu baraaruqopheessee jira.Akkuma mallatoon barsiisa barbaachisaa kana keessaaagarsiisuuf yaaletti, Waaqayyo gaafa guuyyaa isa torbaffaa homtuuakka hin hojjetamne abboomee jira. Namni gaafa guyyaa sanbatatoorbafaa hojii hojjete akkuma nama hojjin saa fayyina isaaf waagumaachutti of yaadutti fakkeeffama. Namni akkanaa ajjeefamuu qaba;namni kuni ammallee dheekkamsa Waaqayyo jala jiraachaa jira.Waaqayyo kana dhugoomsuuf jecha fakkeenya cimaakenneera.Seera Lakkoofsa 15 keessatti lakofssa 32-36 qabe namichagaafa guyyaa torbaffa sanbataan qoran fudhatee kaasa. Kuni waan bicuudha, isa baayyee akka tasaa waa’ee sanbataa irratti ta’e dha.21

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!