12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Fkn, namni sadarkaa du’aan xumuramu irra gahe ykn ofii keehojjedhuun of amansiise, wangeeli fedha–tolaa sirrii dha , ykn namniabboomii Waaqayyoo fedhinnaan hojjechuun fayyinaaf of kakaasu,sagalee Waaqayyoo hin caqasu jechuu dha. Wayita waa’ee fayyinaaMacaafa Qulqulluu keessatti dubbifatu, dafeet waan dursee sammuu isaakessatti qabutti hidheete hiikkuun jijjiru yaala. Isaaf, dhugaan MacaafaQulqulluu keessaa yaada nam-tolchee samuu saa keessa jiruun dubbiinWaaqayyoo wan manca’u se’a. Innis ofiisaan, dhageetti sagaleeWaaqayyoon ala of kaa’ee jira. Kanaafu, inni iddoo baayyee balaafamaata’e of kaa’ee jira. Sababa amantiin (Kiristoos fayyisaan ) SagaleeWaaqayyo dhagahuudhaan qofa ta’eefi (Roomaa 10:17).Akka tiyooriitti, Waaqayyo eenyuunu ni fayyisa, akkaata gadifageenyumma finciltummaa Waaqayyo irratti qabanitti, akkuma sagaleewarren sagalee Waaqayyoo dhaggeeffachuu didanif jajabinsa ta’e wabiisaaniif kenne homaa hin qabu, kanaaf, akeekkachisa sagalee Ermiyaas29:18-19 keessatti dubbataneef of eegganno gochu nurra jiraata. Namniakkanaa fi warren gurguddo isa Maatwoos, boqonnaa 23 keessatti garajabina Fariisotaaf dubbatameen qixxee dha.Haa ta’uu ti, abdiin ni jira, abdii gaariitu, warren cubbuusaaniigad jedhanii fudhatanii yaada saanii durii irraa goranii fi MacaafaQulqulluu hundaaf abboomamu fi arrara Waaqayyoof booyaniif abdiin nijira.Hanguma Macaafa Qulqulluu fi dhiyaachaa adeemnu, yaadadursee rimaa’een ala itti dhiyaachuu qabna, hanga sababaaqabeessaa fi sirri ta’ani mul’atanittiHanguma Macaafa Qulqulluu ti dhiyaachaa adeemnu, yaadadursee rimaa’een ala itti dhiyaachuu qabna, hanga sababaa qabeessaa fisirrii ta’ee argamatti yommuu, Macaafa Qulqulluu ti dhiyaannuu “yaaWaaqayyo ani homaa hin beeku ati na barsiisi” jechuu qabna. Hangumaabboomii Waaqayyoof kakaaneetti, haalli keenyi, akka waan karaakamiinu fayyina hin barbaadeeti garuu moo abdii fayyinaa Waaqayyooqabnuutti dha (Yonaas 3:9).BARROO TI BARROO WALCINA QABAAWayita Macaafa Qulqulluu irraa barachuuf jennu yeroohunduma qajeelfama bu’uuraa Macaafa Qulqulluu hordofuu qabnu27

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!