12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

hin qabu, ykn akka hojiin kuni fayyinaan isa gahu yerootti shakkule hinargatu.HARIIROO DINQII WAAQAYYOO FI SANYI NAMAACaalaatti, wanti dinqii, garmalee ajaa’iba ta’e hariiroonWaaqayyo fi sanyi namaa gidduutti dhalatee jiruu ni jira. Kuni moodhugaa ta’uunsaa warra fayyinaaf filataman gidduutti qofa odoo hinta’iin, warra hin filatamiin gidduutti fi warren Caalaatti mooduguggaman waliinisi dha.Kana moo hanga saa badinsa Yeruusaaleemiif isa Yesuus booyedha (Luqaas 19:41) dhugaa kana Macaafa Qulqulluu Yeruusaalemfuldurasaa jirtu caalmaanshee akka baddu ni dubbata. Macaafa Qulqulluuakka jedhutti Waaqayyo du’a jallootaatti akka gammachuu hin qabne nidubbata (Hizqiel 33:11). Seerri Waaqayyoo hangi ta’e onnee saanikeessatti barreeffame jiraachuu saa argineera (Roomaa 2:15)Seera Waaqayyo on, ajjeesaan akka du’u qabu kaa’amee jira,sababni saas nama bifaa fi fakkeenya Waaqayoon tolfame (umaa 9:6)waan ajjeeseefi dha . Diina keenya moo akka jaalannu abboomiiWaaqayyo keessatti barreefameera. Namni filannoon ala jiru kamuudiina Waaqayyoo ta’uu hin dagatiina namni nuyi jibbuu qabnu moohomtuu hin jiru. Isa Waaqayyo Maatwoos 5:22 kessatti akeekkachiisalafa kaa’e nama kamiinuu “Doofaa” akka hin jenne jedheera. Namnikamuu abdi fayyinaa malee jiraachaa akka jirus akka irra ilaaluu hinqabnu.Ragaalee armaan duraa irraa kaanee, sanyin namaa afuraandu’aa ta’ullee sababa cubbu saatiin, yoo Waaqayyo keessa isaa hinjiraannee fi humnaan isa hin guunne, gadi hin darbatamu ykn Waaqayyoirraa hin citu. Haala saa hin fayyinni fi afuuraan du’aa ta’u, Waaqayyoofabbomamuu dhaaf itti gaafatama ni qaba, dandeettii abboomamuushanga ta’e of keessaa ni qaba. Kan inni guutummaatti Waaqayyo irraaadda citu gaafa xumuraa ti;(Isaayas 66:24, Ermiyaas 23:39-40, 24:10)Kanaafu, namni hundinuu akka hojii Waaqayyotti amanuunWaaqayyoon irraa ni eeggama, kanafis hanga ta’e abboomii MacaafaQulqulluu abboomamuuf yalii godhu. Akkuma barnoota keenya keessattidurfamee kaafametti abboomamuun saa Waaqayyumaan kan jireenyadhuunfaa saa keessatti mul’atu dha, akkuma jireenya Bala’aam jallaadhaa (Lakkoofsa 22 fi 23 keessaa) ykn jireenya filatama namaWaaqayyoo keessatti fi isa hanga ammaa lubbuu haarawaa hin argatiinjiruu keessatti ni ta’a (Yohaannis 6:44)18

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!