12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Kanaafi afaan guunnee hojii amantii odoo fayyina hin argatiindura hojjechuu jechuun karaa kamiinuu fayyina keenya gargaaruu akkahin dandeenye goolabu ni dandeenya. Eegi fayyina angannees boodahojii amantii hojjechuun bu’aa fayyina Waaqayyoo nuuf godheetijedhama.Amanuuf jeecha abboomauun fedha addaan baasuu dhaanabboomii Waaqayyoo hundumaaf abboomamuufyaalii gochuuf jechu dhaHaa ta’uuti, jechi”amantii “jedhu gatii fi barbaachisumaa amantiiisa fayyinaan duraa agarsiisuufi dha. Amanuuf jecha abboomamuu fedhuaddaan baasuu dhaan abboomamuun fedha addaan baasuudhaanabboomii Waaqayyoo hundumaaf abboomamuuf yaalii gochuuf dhama’ujechuu dha. Abboomiin kuni jaalala Waaqqayyoo, fayyina soquu, isaeeggachuu, Cubbuu keenyaaf qalbii jijjiirrachuu, fayyinaaf kadhatagochuu dha.Abboomii kanaaf ajajamuu jechuun hojii hojjetaa jirrajechuu dha, garuu gara fayyinaatti nun fidu. Abboomiin akka kanaakuni caalaatti sagalee Waaqayyoof akka caqafnu nu kakaasa. Kanaafu,haala naanno sirri ta’e keessatti fayyuu dandeenyu, yoo kan Waaqayyonu fayyisuuf karoorfate ta’e, keessa taa’uu qabna.Yoo afuuraan du’oo taane akkamitti amanuu dandeenyaa?Waaqayyo moo namoota hin fayyine akka galoo lafee gogduunfakkeesse, (Hizqi’eel 37) akka foolii ajaa’aau (Yohaannis 11:39)fakkeesse hin dagatiinaa kan Waaqayoon duuba barbaadu homtu, homtitokko akka hin jirre (Roomaa 3) Waaqayyo labseera. Dubbiin kunixiyyeeffanno kan inni kennu fayyinaan dura, namni hunduu hafuuraandu’aa ta’uu saati. Lameen qaamaa fi hafuuraan du’aa dha. kanaafisWaaqayyo keessa hin jiru. Sababa cubbu saanii murtoo dhaan,ammallee dheekkamsa jala jirani, gara badinsaattis adeemaa jiru.Cubbuun hundi adabbi dugugaminsaa dhalchiti. kanaafu, gargarqabdu Waaqayyoo malee, namni hundi akka duguggamuamanateera.Seerrii Waaqayyoo hanga ta’e isaan keessa jiraatullee,sammuullee qabaatu, wanna sirrii fi dogoggoraa, gargaarsa Waaqayyomalee adda ni baafata, haallisaa abdi murachuu dha. Kanaafuu, akkumanamni hin fayyine hojii Kiristoositti amannuu hojjetu, ammallee fooliiajaa’e, lafee goggogduu dha. Garaasaa guutuu dhaan Waaqayyoonbarbaaduu ykn amanuu hin danda’u. sababnisaa lapheensaa jallaa dha.Yoo Waaqayyo garaa haarawaa isaaniif kenne yommuu Waaqayyo isa33

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!