12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Akkuma sanyiin luboota anaaf hojjettanii, akka urjoota waaqakeessaa warra lakka’amnuu hin dandeenye fi akka cirracha galaanaqarqaraa isa safaramuu hin dandeenye nan baayyisa.Lakkoofsa kunneenii fi baayyonni hafanii jiran hundi abdiiguddaa warra hin fayyine gara Waaqayyoo dhaquudhaan gadi jedhaniifkan kennani araaraa isaafis garaa raasani dha.Kanaafu, har’a jamaan guddaan fayyusaa ni mirkanfanna.Namni jabaan hin fayyin jamaa kana keessaa isa tokko dha. Wayitanamonni baayye fayyaa jiranitti, addunyaa mara irraa, yeroo dhagahamukana keessa jiraachuun akkam waan eebbifamaa dhaa.2. Yoomessi ykn naannoon itti Waaqayyo fayyisu sagaleeWaaqayyo, Macaafa Qulqulluu caqasuu dha. Macaafa QulqulluuRoomaa 10:17 keessatti akkas jedha.Egaa amantiin dhagahuu irraa in dhufa, wanti dhaga’uun ta’u moodubbin Kiristoosin beekkama.Har’a isa durii caalaa seenaa addunyaa keessatti namni irraguddaan barateera, Macaafa Qulqulluu afaansaaniin isaaniif dhiyaatejira. Maali wanni nama jajjabeesan akka kanaa, eenyulle ofis ta’enamoota miseensa maatiisaa fayyanii fi hin fayyine dhageetti MacaafaQulqulluu jala galchuu danda’eera. Jechuu dha. Innilee MacaafaQulqulluu dubbisuufi dhaan kana gochuu ni danda’a. Haala baayyeenisMacaafa Qulqulluu dubbifamu ykn moo raadiyoo dhaan tamsaafamukanneen akka Raadiyo Faamilii caqasuu ni danda’a. Haalli fayyisuuWaaqayyo ummataaf qabu jabaa fi kandura caalaa seenaa keessattiabdachiisaa ta’aa dhufeera. kanaaf, nuyi maatiin ijoolloni keenya akkasagalee Waaqayyo dhageeffachu gochuun nurra eeggama. Kanaafraadyoon meeshaa barbaachisaa fi gati qabeessa wangeela hawaasahundaaf tamsaasuuf addunya maraaf kan barbaadamu kan ta’e argame.3. Kiristoos cubbamoota fayyisuuf dhufe: Kiristoos warra ofiinqajeeloota fayyisuuf hin dhufne; warren amala qabeessa, haamileeqaban, ummanni isaan amanuuf se’an fi Waaqayyo isaanii looga se’anifhin dhufne. Kiristoos cubbamoota fayyisu dhufe.58

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!