70khee jiirr khaa akh kootini cuuf maant ciis, kootiinii cuuf issi fuulaa siirkal kootini cuuf Chief qaadhii nuu khaanfeen. Hoojja sheerriyya issiilaana huukuman sheerriyya teen maakossa teenalee kitaabb quuranki dhuubbiraabbitif aadhiis raasuuraaTranslator :na Waislamu ihukumiwe na Kadhi.Anapendekeza pia yaani pahali popote Court yetu ya Waislamu iwekwe, na case yote inahusianaMzee Boru Ali : Taaleen waan ann feed akh reefuu woorri kheen irr baae, taa aann haark oongg, hoojjaanaam hiidaanilee gaargaar baasaanii inshaallah uuttalaah, woorr kuufaaraalee koobba baasaanii woorr issilaanaleemiin issaa khaa jeelaa koobba keenaani issilaani indhuulataa issilaanaa laadhiifaa fuullaa caafuu taa fiincaanii yookhees taan, fuulaan suun waan issilaanaa haamtuutii irraa baassaanii miin issaanii khee kaawanii jeed mooniinTranslator : Anapendekeze Mzee wakati wa jela, wafungwa wa Waislamu wapewe room special, ambayowanaweza kufanya ibaada yao na kuendesha sala zao ndani. Wasichanganyishwe katika ile nyumba ya kawaida tu,pahali ambayo labda ina mikojoo na mambo ingine ambaye si tohara kwa Kiislamu kusali pale.Mzee Boru Ali : Sherriyya aammalee waan aann jaallad, nuu woorr keenyaa issiilaam, goos diibii kheessaissilaam waan nuu jeelaan haaqqi teen nuu kheenaani, aammalee waan tookoo khaa siirkaalii keenyaa nuudhuulmee nuu dhaabbse jiirra, guuyyaa inni suukuukuu issaa toolfaat, keenyaa kheesaa nuu guuyya laam qaamn,gaan kheesaa, guuyyaa arrafatiifi, guuyya dhii qaamn. Guuyya khaanaalee siirkaalii akh nuu raayya keenya, khaanuu qaarqqaree issilaamaadhii oollbaasse, issilaani oolbbaee wiigi took, guyyaa Idhii Ssoomaatif guuyya IdhiiAraaffallee kaatibba khaan kheesa qoorra khaa guuyya suun nuu kheenani jeedTranslator :inatambua iwekwe katika Katiba yetu.Mzee anapendekeza pia, Idd-ul-fitr na Iddul-Allah yote iwe public holiday. Ambayo SerikaliMzee Boru Ali : Keenyaa kheesaa waan nuu jaaraan,ooneen tiiyy mooniin tiyy waan issin feet, dhuubbi taan yaaseelii deeraat, hoojjaa dhiiqoo dhuubbii seeli -----[inshaalaah utaalaah] innwoolaalan ingaabbabfadaa, ann waan annfeed nuu beettaa gaaff jiimboo jiirraan meeroon woolt nuu fiidhaan. Meeroon woolt nuu kuutanii meeroon woorrshaambaatii nuu woorr hoorritii, meeroo woolit nuu kuutaanuu nuu inkuubbalii nuu woorr hoorri nuu gaadheebissanihaaqii teen cuuf meeroon nyaatee taajiirteni siirkaali [interjection]Translator : Anasema wakati tulipopewa uhuru sisi tulichukuliwa sehemu hii, watu wamifugo, tukawekwakatika Eastern Province, tukafunganishwa pale na Wameru. Haki yote ya hawa watu wako na populationkutushinda wanameza hakiyetu yote, wametajirika, sisi tunaendelea kuwa maskini. Katiba mpya itatutoshanisha na
71hao watu. Tusiwekwe chini ya Eastern Province hapa na Wameru.Mzee Boru Ali : ...[inaudible]... akhaan llaltee amm dhuub PC Embu taaha, nuulen khaa ciimn khaanaa inniifaayyidhaa woorr suunii kheenaa, PC kheen khaa issaa maan nuu hoojjaat DC kheenalee khaa isiolo khaa aarmaanuu duufaani jeedTranslator :Mzee anapendekeza hapa, kama ni Province provincial headquarter yetu iwe Isiolo, na Pc kamaatakuweko, Pc awekwe hapa Isiolo. Hatutaki yule anakaa Embu.Mzee Boru Ali : Waan dhuulma siirkaalii keenyaa nuu dhuulm hoojjaa ijjolee diibba siila gaar kheen nuuqoodhaanii naam beetta saagaltaami shaani fudaataa, tok faa yoo khaan llaamfaa akh harranqessi adhiin beetaairraa ittii tuulaatee daaluu nuu soobbani tookoo laamfaa nuu kheenaanii suulen khaa jooniyan ...[inaudible]...aarggana, waan kheesaa aarggan inqaamnuu, imbbitaanu naamii diibba cuuf woorra fuudatTranslator : Mzee anasema kwa mfano leo tuko chini ya Eastern Province, ambayo population yake nikubwa, ikitokea nafasi za kazi, na inalingana na population, wale wenye idadi kubwa ndio wanachukua nafasi zakazi zote. Sisi ile nafasi zitabaki labda moja mbili hata hiyo ni wakati hata tume, kucha imetoka katika kutafutahiyo nafasi mbili na nywele yote imetoka kwa kichwa, na pesa zimekwisha ndio tutapata hiyo nafasi labda.Mzee Boru Ali : Haagg booru dhirramatii kiwaanjaa taanaa baanee ciimnee boon,illmaan yoo haadaa boothaadaat waa itti kheen, nuu waan itti boon inqqaamn, nuu waan took keenyaa keesaa inqqaamn khaa issilaanaa.Naamii nuu ittii boon woorabesum beetaa woorabbes dhiiqaa yoo inni sii nyaat attin guudhaa ceet guudhaan khaanmaan sii qaarqaarr dhiiqaanuu qaaraa nyaatee sii jeesee, ...[interjection]...Translator : Anasema tunataka sheria yetu na mawakili wa Waislamu wapewe nguvu kabisa kwa sababu leosisi hata mawakili wetu ni wachache na wale ambayo wanajua Islamic Law hawatambuliki sana. Anasema leomfano yetu sisi tumekuwa hapa tume dhulumiwa ni kama fisi mdogo amekula kitu yako amekula mali yako.Halafu wewe unaenda kumshtaki fisi mkubwa. Sasa fisi kidogo akikula kitu yako wewe unashtakia fisi mkubwa.Fisi kubwa atakusaidia nini? Kwa hivyo.Mzee Boru Ali : Keesaa baahaa dhuubba naamileen qaaaraa gudhoo naa dhuurr dhuubbatee, amma dhuubba,mooniti taa aanqqaabbu huukumu seena, kutooka guuyya khaana issilaani khaa niyyefaatee, huukumuu taanissilaana taa fuudaatuu maan dhuubb hoojja jaajiif qaadhiin woolin taataan, qadhiileen kitaabb issa fuudaat,quuraankii fuudaat, worri khaaleen fuudat, maan hoojjaa akhaan woolin taataan naamuu sheerriyya suun llaal.Siirkaalii keenyaa hoojja naamii woo haat, haatuu yoo naamii beelaa booshee nyaaciisee gaabbis, aammalee
- Page 1 and 2:
Constitution Of Kenya Review Commis
- Page 3 and 4:
3Tumechelewa kidogo. Wale ambayo wa
- Page 5 and 6:
5dakika kumi. Mwisho kabisa dakika
- Page 7 and 8:
7Mzee Wako Hache :Maaooniin tiiyyaa
- Page 9 and 10:
9Translator :Lazima sheria mpya, ih
- Page 11 and 12:
11ambayo imenyakuliwa irudishwe. Ni
- Page 13 and 14:
13Translator :mambo mingi.Anasema S
- Page 15 and 16:
15akh siirkaali haatua itti fuudaat
- Page 17 and 18:
17Translator :Sisi ni watu wa mifug
- Page 19 and 20: 19aaggart khaanii, maaqaa aabbootii
- Page 21 and 22: 21Na mfanya kazi ambaye ni Muislamu
- Page 23 and 24: 23kazi, tuwe local na tupate sawa s
- Page 25 and 26: 25cuuf wool fiitTranslator : Anasem
- Page 27 and 28: 27inyoonggan jeedaanii acciin dhaab
- Page 29 and 30: 29kupigwa ipigwe marufuku.Com. Muig
- Page 31 and 32: 31na nini... na umeletwa hospitali.
- Page 33 and 34: 33zinaendelea kuwa huko Nairobi. Ki
- Page 35 and 36: 35Sheikh Dabaso Ali Dogo :...[Arabi
- Page 37 and 38: 37kwa sababu, nikiondoka sitapata k
- Page 39 and 40: 39Translator : Mzee anapendekeza ya
- Page 41 and 42: 41skuulla, ijjooleen laaf taanaa ma
- Page 43 and 44: 43we are now becoming vulnerable to
- Page 45 and 46: 45kidogo vile alisema, lakini natoa
- Page 47 and 48: 47Com. Muigai :Karibia mic.Mr. Moha
- Page 49 and 50: 49Serikali lazima ipewe pesa sawa n
- Page 51 and 52: 51kuchukuwa Passport unaenda Nairob
- Page 53 and 54: 53ikivunjwa na ndovu shilingi elfu
- Page 55 and 56: 55Ya mwisho kabisa natakakusema hiv
- Page 57 and 58: 57zamani walisema the President is
- Page 59 and 60: 59Parliament should make laws for t
- Page 61 and 62: 61The Chief Kadhi should be head of
- Page 63 and 64: 63wanakaa Nairobi....Com. Muigai :.
- Page 65 and 66: 65rural areas. Hakuna senti ya budg
- Page 67 and 68: 67Kutairisha wasichana: Unasikia sa
- Page 69: 69Translator :Waislamu tuna haki ga
- Page 73 and 74: 73kwa Katiba yetu mpya, hiyo maji a
- Page 75 and 76: 75kheen maalaa maari yaadh, maalaa
- Page 77 and 78: 77khees maa ingguurr, taa biiyyaa l
- Page 79 and 80: 79South-Horr, Gaas Kaargii, Qaarrar
- Page 81 and 82: 81mimi naona inaitwa Meru National
- Page 83 and 84: 83wale viongozi, tumewachagua ndio
- Page 85 and 86: 85Sasa hao wengine walipoenda kutaf
- Page 87 and 88: 87Kwanini sisi tusi pate hio fursa,
- Page 89 and 90: 89irraa dhaamnTranslator :Tuki rudi
- Page 91 and 92: 91Mr. Abdirashid Ali Tacho : Nuu bo
- Page 93 and 94: 93hapa na wanaishi hapa Mbarambate?
- Page 95 and 96: 95Aadhaa laafaa, Ibbsee laafaa aahh
- Page 97 and 98: 97sisi kama wafugaji ardhi yetu isi
- Page 99 and 100: 99Pia ningependa tu kusema ya kwamb
- Page 101 and 102: 101education, kama ni maji, kama ni
- Page 103 and 104: 103inasema Trust Land iko chini ya
- Page 105 and 106: 105ridhaa. Hiyo ndiyo maoni yangu.Y
- Page 107 and 108: 107wholesale gani hakuna mtu anawez
- Page 109 and 110: 109Translator :Anasema nikiwa na ma
- Page 112 and 113: 112Mzee Haro Sime :Aarmmaa kheessaa
- Page 114 and 115: 114mwenyezi Mungu ametupatia, sivyo
- Page 116 and 117: 116maanani iende sambamba na sheria
- Page 118 and 119: 118maji itakuwa mambo ya Serikali y
- Page 120 and 121:
120Translator : Anasema kuna wakati
- Page 122 and 123:
122kuwacha kwa sababu wamefanya dhu
- Page 124 and 125:
124Ya tatu mamlaka ya rais ipunguzw
- Page 126 and 127:
126Councillor ama Bunge tukifanya c
- Page 128 and 129:
128halafu tuingie kwa kina baba ten
- Page 130 and 131:
130Ya kwanza ni affirmative action:
- Page 132 and 133:
132na mama kwa muda wa miaka kumi-n
- Page 134 and 135:
134Com. Lethome :Tupa tupa tu!Mr. O
- Page 136 and 137:
136Com. Lethome :Unapendekeza nini?
- Page 138 and 139:
138wako na shamba. Ni kama huko upa
- Page 140 and 141:
140create fear watu waogope kuingia
- Page 142 and 143:
142mjumbe wangu niko na minister fu
- Page 144 and 145:
144Mr. Ahmed Noor Wako :Asalaam Ale
- Page 146 and 147:
146wengine tena. Kwa sababu hasara
- Page 148 and 149:
148Ofisi ya Ombudsman iundwe Katiba
- Page 150 and 151:
150Translator : Mama Nuria anasema
- Page 152 and 153:
152ammantan maanikhan wooni akhaana
- Page 154 and 155:
154Mr. Bonaya Sama :Taan dhuubb dhu
- Page 156 and 157:
156Garbatula.Mr. Abdikadir Mohammed
- Page 158 and 159:
158Translator :Aam maan feet ree, a
- Page 160 and 161:
160Mzee Abdi Dubukusu :...[inaudibl
- Page 162 and 163:
162Translator :Na hata ngozi ya Chu
- Page 164 and 165:
164sababu Wanakenya wengi hata watu
- Page 166 and 167:
166security then Dc huyu wa Isiolo
- Page 168 and 169:
168Somalia na wakarudi, wali enda h
- Page 170:
170za Garbatula ame record leo. Hak